Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bahiin Filannoo Turuun Mormii Kaasise

Deegartoonni pirezdant Doonald Traamp akkasumas an itti aanaa pirezdaantii duraanii Joo Baayden bufatoota kaardiin filannoo itti lakkaawwamanitti walitti qabamanii sagalee ofii dhageechisaa jiran.
Deeggartoonni Traamp, "sagalee lakkaahun yaa dhaabbatu, sagalee hatuun yaa dhaabbatu," jedhan.
Kanneen Baayden deeggaran immoo "sagaleen kenname hundi lakkaawwamu qaba, hundasaa lakaahaa," jechaa jiran.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG