WAASHINGITAN, DIISII —
Lollii itiyoophiaa keessatti deemaa jiru dhaabatee akka mariin karaa nagaa jalqabamuuf bakka bu’oonii mana maree yunaatid isteets gaafatanii jiran.
Waajirri mummicha ministeera Itiyoophiyaa gama isaan deebii kennee waliin qindeessinee jirra caqasaa.