Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaa Caamaa Biyyoota Gaanfa Afrikaa Mudate Maaltu Fide?


Biyyoota gaanfa Afrikaa keessatti balaan caamaa beela dabalatee rakko adda addaa uumuu isaa sabaa hImaaleen addunyaa gabaasaa jiru.Ho'i qilleensaa addunyaa mudate uumamaa fi hojii harka namaan kan dhufe ta'uu, itti aanaa Daayreekterri Dhhbbata Metroolojii Biyooleessa Itiyoophiyaa Obbo Duulaa Shaanqoo hubachiisanii jiru.



Itiyoophiyaa gama kibbaa fi kibba bahaa marsaa lama rooba waan hin argatin hafaniif jecha balaa caamaan rakkataa kan jiran yoo ta'u ,gamnii dhiyaa immoo rooba gaarii argachuu irraa kan ka'e lageen guutanii balaan loolaa bishanii ammaan dura baratame isaan mudachu mala sodaa jedhu uumeera.

MP3 tuquun gabaasa guutuu dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG