Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Sochii Lafaa Awustraaliyaa Mudatee jira


Balaa Sochii Lafaa, Awustraaliyaa
Balaa Sochii Lafaa, Awustraaliyaa

Biyya Awustraaliyaa handaara magaala Melbarniitti Robii har’a balaan sochii lafaa human guddaa qabuu dhaqqabee jira.Hayyonnii waa’ee uummama lafaa qoratan kan Awustraaliyaa akka jedhanti, galmee sochii lafaa biyyattiin qabdu keessatti inni ammaa kun guddicha yoo ta’u, gamoolee magaalaa lammaffaa biyyatti taatee kan Melbarn keessaa miidhee, kutaalee ollaa ta’anti immo kirkirri isaa dhaga;amee jira jedhan.

Handhuura sochii lafaa kanaa kan taatee fi handaara magaalaatti argamtu Maansfiild kan kutaa Viktooriyaa yoo taatu, Magaala Meelbarn irraa gara Kaaba bahaatti fageenya kiloomeetra 200 irratti argamti.

Caccabaan argamees daandii guddoo kan magaala Meelbarn cufee kan agarsiisaa jiru Midiyaan hawaasaa uummanni kaabaa bahaa keessa jiran humna eleektrikaa akka hin qabne midiyaa hawaasaa irraa ibsaa jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG