Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Ertiraa Waajira UNHCR Ka Finfinnee Jiru Fuuul-duratti Hiriira Bahan  


Baqattoonni Ertiraa Waajira UNHCR jiru fuuul-duratti hiriira bahan, Finfinnee 

Baqattoonni Eertiraa Itiyoophiyaa keessa qubtanii jiran ajjeechaa fi miidhaa mooraa baqattoota Tigraay keessaa jiru keessatti raawwatamaa jira, jedhaan balaaleffachuudhaan waajira Dhaabbata Dhimma Baqattootaa ka Tokkummaa Mootummotoaa ka UNHCR Finfinnee jiru fuul-duratti mormii dhageessisanii jiru.

Akka qindeessitooni mormichaa jedhanitti mooraa baqattootaa keessatii namoonni 5 ajjefamanii 19 butamaniiru. Mooraan baqattootaa Tigraay keessaa ka’ee kakka biraatti akka jijjiramus gaafatan, baqattoonni hiriiran kun.

Ejensiin dhimma bulchiinsaa baqattoota fi warra baqannaa irraa deebi’anii kan Itiyoophiyaa gama isaatiin nageenyaa baqattootaatiif daawoo akka kennaa jiru dubbate.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Baqattoonni Ertiraa Waajira UNHCR Ka Finfinnee Jiru Fuuul-duratti Hiriira Bahan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG