Biyyattiin Rashiyaa dhaan weeraramuu ishee dura Yukireen keessaa barataa ykn hojjetaa kanneen turan baqattoonni Afriikaa jireenya amansiisaa argachuu fi jirenya haaraa jalqabuuf jecha gara Poolaandii fi biyyootii hollaatti baqataniiru.
Odu gabaastuun VOA Meerii Magaawee barattoota Afriikaa lama kanneen oguma fayyaa baratan haasofsiistee jirti. Yeroo ammaa, maatii biyya Poolaand magaalaa saaydaans keessaan simatamanii jiru.