Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoota Itiyoophiyaa Irraa Dhufan Hin Simatan


Kaabineen Israa’eel dhiyeeenya kana marii gaggeesseen baqattoota biyyoota Afriikaa irraa seeraan ala daangaa cabsuun biyya koo seenan ittiin jette kuma 40 caalaa biyya irraa dhufaniitti deebisuuf maallaqqa ramadee jira.

Muummicha Ministeeraa Israa'el Benjamin Natanyaahuu
Muummicha Ministeeraa Israa'el Benjamin Natanyaahuu

Mummichi ministeera Israa’eel Benjamin Natanyaahuu mootummoota jarreen kun baqatanii ba’anii waliin dubbachuuf karoora kan qabu ta’uu ibsan.

Baqattoonni seeraan ala Israa’el seenan kun sodaa waan nu irratti uumaniif jecha callinsaan kan in ileelle ta’uu Natanyaahuun akeekkachisanii jiru.

Baqattoota Oromoo Teelaaviiv keessaa jiran keessaa tokko akka ibsanitti baqataan Itiyoophiyaa irraa gamas seene simannaa hin qabu.Kan Ertraa fi Suudaan irraa dhaqantu simatama jedhan. MP3 tuquun dhaggeefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG