Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barri Aangoo Prezidaantii Somaaliyaa Dheeressamuun Mormii Kakaase 


Namoota oduu waayee dheereffamuu gaafa filannoo Tv irratti laalaa jiran, Moqaadishoo

Kan maqaa “Farmaajoo” jedhamuun beekaman, prezidaantiin Somliyaa Mohamed Abdullaahii Mohaammed seera aangoo isaanii wagga lamaaf dheeresu mallateesuun isaanii alaaf manaa mormii itti kaasee jira.

Prezidaantichi tarkaanfii aangoo dheereffachuu kana kan fudhatana aangoon waggoota afuriif seeraan kennameef raawwachuudhaaf yommuu baatiin lama hafuudha.

Gocha pireziidaant Mohaammad Abdullaahii Mohaammad kana bakka bu’oonni mormitootaa, gargaartotii fi hawaasni adduunyaa mormaniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Barri Aangoo Prezidaantii Somaaliyaa Dheeressamuun Mormii Kakaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:13 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG