Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bayiden Prezidaantii Kooriyaa Kibbaa Waayit Hawusitti Simachuuf Jiru


Prezidaantiin yuniiyitid Isteets Joo Bayiden
Prezidaantiin yuniiyitid Isteets Joo Bayiden

Prezidaantiin yuniiyitid Isteets Joo Bayiden, Prezidaantii Kooriyaa Kibbaa Moon Jae-in jimaataa borii waayit haawusitti simatu.

Mariin hoggantoota lammanii, kan godhamu bulchiisin Bayidan dhimma imaammataa

Koriyaa Kaabaa irratii hojii ji’a tokkoof hojachaa turee erga raawatee booda akka ta’e itti gaafatamtuun dhimma preesii yuuniyitid isreets Jeen psaakii dubbataniiru.

Bulchiinsi bayiiden kooriyaa kabaa ilaalchisee tarsiimoo obsaa isaa bara Obaamaa ture gara haalaa qabbaneesuutii jijiruuf yaaduu irratii hoggantoonii lamman dubbachuudhaaf akka qophaan wiirtuu Wilson sagantaa kooriiya irrati daarektara Jean lee waashington Diisii iraa himuun isaanii gabasameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG