Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Baqqalaa Garbaa Deebisanii To’annaa Jala Oolan

Obbo Baqqalaa Garbaa
Obbo Baqqalaa Garbaa

Kan dhiyeenya mana hidhaa dhaa gad dhiisaman Itti aanaa dura taa’aan kongresa Federaalawaa Oromoo Obbo Baqqalaa Garbaa akka lakkoobsa Itiyoopiyaa har’a galgala naannoo Sa’a 12 mana isaanii Adaamaa jiru irraa hunoota mootummaan qabamuu maatiin isaanii nuu mirkaneessaniiru jechuu dhaan barreessaan dhaabichaa Obbo Baqqalaa Nagaa dubbataniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:00:32 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG