Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Benishaangul Gumuz Keessatti Hojiin Qonnaa Deebi'ee Jalqabamuutu Dubbatama


Godina Matakkal, anaa Maanduraa keessatti, hojiin qonna baranaa eegalamuun ibsame
Godina Matakkal, anaa Maanduraa keessatti, hojiin qonna baranaa eegalamuun ibsame

Naannoo Benishaangul Gumuz Godina Matakkal, anaa Maanduraa keessatti, hojiin qonna baranaa eegalamuu qonnaan bultootaa fi jiraattota keessaa dubbataa jiran.

Hoogganaan Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Naannoo Benishaangul Gumuz, Obbo Baabakir Haliifaas, "Iddoowwan rakkoon nageenyaa turanittillee qonnaan bultootniifi abbootiin qabeenyaa hojii qonnaa eegalanii jiru" jechuun Sagalee Ameerikaaf ibsan.

Gama biraan, Godina Kaamaashii keessattti garuu torbanoota muraasaaf harkifachuu mala, jedhu.

Naannoo Benishaangul Gumuz Keessatti Hojiin Qonnaa Deebi'ee Jalqabamuutu Dubbatama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:43 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG