AMBOO —
Benishaangul Gumuz keessatti, “Rakkoo nageenyaa irraa kan ka’e uummatni naannicha keessa jiraatu dhibba irraa harka 62 kan tahu, rakkoo namoomaaf saaxilamee gargaarsa barbaaduu mala,” jechuun mootummaan naannichaa beeksisee jira.