WASHINGTON,DC —
Yaa'iin Qindoomina Kaansarii Afrikaa 6ffan har’a Finfineetti geggefamee jira. Itiyoophiyaan dhibee kaansarii ittisuu fi wal’aanuuf hojii jajjabessaa hojjataa akka jirtu dubbatti.