Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoonni Awurooppaa Talaalii Koronaa Astraazenekaa Fudhachuu Dhaaban 


Jarmanii, Faransaayii fi Xaaliyaaniin, biyyoota Awurooppaa keessaa kanneen taalaaliin Vaayirasii Koronaa, Astrazenekaa jedhamu, dhibee hamaa ka biraa uumma, jechuun uummata isaaniif kennuu dhaaban keessaa keessaa warra boodaa tahanii jiran.

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ka Tokkummaa Mootummootaa garuu, talaalicha fudhachuun rakkoo hin qabu, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:40 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG