Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boordiin Filannoo Itiyoopiyaa Garee Taajjabdoota Sadarkaa Addunyaa Lamaaf Beekkannaa Kenne


Boordiin filannoo garee taajjabdootaa waaltaa ripaablikaanii sadarkaa addunyaa fi waaltaa dimokraasummaa sadarkaa addunyaaf beekkannaa kennuu isaa beeksise.

Boordichi mala qorannaa gareen taajjabdoota kanaa dhiyeesse xiinxaluu dhaan akkasumas naamusa qajeelfama bu’uuraa kan taajjabdoota sadarkaa addunyaa gama hordofeen akka isaan hojjetan walii galtee irra ga’uu dhaan beekkannaa kennuu isaa beeksise.

Sababaa weerara COVID-19n kan ka’e gareen kun hojii taajjabdummaa bal’inaan geggeessuun isaa murtaa’aa ta’uu isaaf, kanas hojii isaa ennaa xumuru kan ibsamu ta’uu gareen taajjabdoota kanaa fi boordichi gamtaan walii galuu isaanii boordiin filannoo beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG