Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffilee Bulchiisa Gaarii Uummati Dhiyeesseef Furmaati Kannamuuf Hojjetamaa Jira: Bulchiisa Magalaa Dirree Dhawaa


Magaalaa Dirree Dhawaa
Magaalaa Dirree Dhawaa

Waaltaaleen bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa baatilee lamaan itti aanan keessa waan hojjechuu fi jiranii fi dhimmootii nageenya magaalattii kan yeroo ammaa ilaalchisee marii geggeessanii jiran.

Marii bulchitoota sadarkaa ol aanaa fi giddu galeessaa waliin geggeessame kana irratti bulchiinsicha keessa rakkoon akka jiru walii galtee irra ga’uu isaanii fi kanas furuuf dhimmootii irratti hojjetamuu qabu irratti marii geggeessuu isaanii kantiibaa Ibraahim Usmaan dubbatniiru.

Durumaan nuti kan nuti irratti kan nuti hubanne buclchiinsichi rakkoo guddaa qabaachuu isaa ti jedhan Obbo Ibraahim.

Keessumaa bulchiinsi gubbaa dhaa qabaa jiru rakkoolee hanga tokko hammeessuu isaa fi kanaafis sababaa ta’uun isaa qooda gama isaa gumaacheera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:58 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG