Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchootii amantii kiristaanaa addunyaa Suudan Kibbaa rakkkoo garba keessatti nama fixxuuf jedhanii siyaasaa ufi falachuu qabu jedhan


China Toppling Crosses
China Toppling Crosses

Kiristaanii hardha dhaloota Gooftaa Yesoso Kiristoo Christmas ulfeeffachuutti jira.Itti gaafatamtootii manneen amantii Kaatolikii fi Angilikaan Suudan Kibbaatii ergaa nagaa fi jireenna dansaa dhaamaniif.

Itti gaafatamaa guddaa Kaatolikii addunyaa Pope Francisii, fi ka Angilikaan, Justin Welby akka bulchootii siyaasaa Suudan Kibbaa waan waliin qabaniif jedhanii nagaatti dahcha’an labsan.

Suudan biyya bulchootii siyaasaa irratti wal dhabanii nama kuma hedduu wal irraa fixan.Araarii bara dabre jarii falatelleen hin taate.

"Namii rakkoo baqachuuf gammoojii keessa qaxxaamuree garba duudee dhumachuu hin malle.Jara kana biyyaa oofanii akka waan ilmee namaa hin tahinitti itti tapachuun, manneen hidhaatti walti guuruun waan tahuu malee miti,” jedhe Pope Firaansisi ergaa hardha dabarseen.

Pirezidaantiin Ameikaa Christmas kana mana isaa Florida jirutti waraana Amerikaa biyya akkaa akkaa jiruu ergaa gdabasrse.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG