Xurree ittiin seenan

Breaking News

Burkiinaa Faasoo fi Fonqoolcha Mootummaa


Burkiinaa Faasoo fi Fonqoolcha Mootummaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Deggertonni waraana Burkiinaa Faasoo fonqoolcha mootummaa Wiixata dabree biyyatti keessatti gaggeeffame deggeruun hiriiran.Waraanni hidhate hidhattoota Islaamaa dhabamsiisa abdii jedhu qaban.

Xinxaltonni gama isaaniin fonqoolchi mootummaa gaggeeffamee fi yaaliin ajjee

chaa prezidaantii biyyatti irratti ta’e biyyatti gara tasgabii waariinsa qabuu fi Deemookraasitti deebisuu isaa irratti yaaddoo qabu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG