Xurree ittiin seenan

Breaking News

Carraan Biyyoota Hiyyeeyyii Maal Ta’uuf Deema?


Yunaaytid steetis Bajeta ittiin addunyaa irratti dhukkuba HIV/ AIDS faccisuuf itti gargaaramtu kan hanqistu ta’uu beeksiftee jirti.

Sababa bajati gad cabeef jecha biyyonni sagantaa PEPFAR iin gargaarsa argataa turan wal’ansi kennamus gad cabuu mala sodaa jedhu qabu.

Gam kaaniin Vaayrasiin HIV haadha ulfa taate irraa gara mucaa gadameessa keessa jiruutti akka hin dabarre gochuun akka danda’amuuf jaarmayaan fayyaa addunyaa qajeelfama haaraa baasee jira.

Yaada dhiyaate keessaa tokko dubartonni vayrasii HIV waliin jiraatan hatattamaan wal’ansa argatanii bara jireenya isaanii guutuu akka itti gargaaraman gochuu jedha.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggeffadhaa

XS
SM
MD
LG