Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaa Keessatti Brattoota Ajjesuun Dabalaa Dhufee Jira


Haleellaa barattoota Chaayinaa Irratti Raawwatame
Haleellaa barattoota Chaayinaa Irratti Raawwatame

Chaayinaa Waaltaa keessa kan jiru mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa irratti haleellaa gaggeeffameen barattonni ijoollee ta’an 8 ajjefamaniiru.Brattonni ka biroon lama haleellaa kanaan madaa’uu ibsii polisii hubachisee jira.Namnii umriin 40 kan hidhame yoo ta’u haleellaa kanaaf shakkamaa ijoo ta’e jira.

Haleellaan kun attamitti akka gaggeeffame polisiin kan hin ibsinee yoo ta’u garu ijooleen Chaayinaa erga waggoota dhiyeenya kanaa as hidhattoota aaduu ykn albee tumaniin mana barnootaatti ajjeefamaa fi madaa’aa jiru.

Bara 2018 baatii Eebla keessa barattonni 9 kutaa Kaaba dhiyaa keessa kan jiru mana barumsaa sadarkaa giddu galeessaatti ajjefaman.Barattonni 14 olmaa daa’immanii keessatti albee ykn aalbeen kan mad’an .

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG