Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gooti CNN Aadde Fireweyinii Mebrihaatuu Maqaleettti Sirna Ho'aan Simatamte


Cnn Hero Mekelle
Cnn Hero Mekelle

Laguun ji’aa kabaja mata duree jedhuun miiccamee deebi’ee hojii irra kan oolu moodesii oomishuuf keessumaa dubartoota baadiyyaa tajaajiluuf Maqalee keessatti warshaa banuun hojjetaa kan jirtu Goota CNN ta’uun kan badhaafamte aadde Freweyinii Mebrhaatuu har’a Maqalee keessatti sirna ho’aan godhameefii jira.

Jiraattonni magaalaa Maqalee fi naannooshee buufata xayyaara Aluulaa Abbaa Naggaatii qabee daandii magaalattii irra toora galuu dhaan sirna ho’aa dhaan simataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG