Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Laalibalaatti Balalii Jalqabuu Dubbata  


FAAYILII - Xiyyaara daandii qilleenssaa Itiyoophiyaa, Buufata Xiyyaaraa Finfineetti
FAAYILII - Xiyyaara daandii qilleenssaa Itiyoophiyaa, Buufata Xiyyaaraa Finfineetti

Daandiin xayyaaraa Itiyoophiyaa balalii isaa guyyaa-dhaa-guyyaa kan naannoo Amaaraa, godinaa Walloo Kaabaatti argamu – magaalaa Laali-balaatti jalqabuu isaa beeksisee jira. Magaalaa Laalibalaa baatiile jahan dabraniif to’annaa Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay jala turte.

Itti-aanaa prezidaantiin bulchiisa naannoo Amaaraa – Siyyum Xilaahun, naannoo dhiheenya raayyaa ittisaa biyyoolessaan deebisamanii qabataman deebisanii ijaaruuf carraaqqii godhamaa jiru ilaalchisee har’a gara galgalaa, maddeen oduuf kan ibsa kennuuf jiran tahuus – Asteer Misgaanaaw, Baahir Daar irraa gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG