Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daarikteerii Agarsiisa Sirna Jalqabaa Olompiikii Tookiyoo Hojii Irraa Ari'aman


Kentaaroo Kobayaashii

Daarikteerii agarsiisa sirna jalqabaa Olompiikii Tookiyoo Kentaaroo Kobayaashii hojii irraa haryatamaniiru.

Sababinii isaas, yemmuu wal-waraansa adduunyaa isa lammaffaa ajjeechaa Awuroopaa keessatii wareen Juush irratii raawatame isa har’a adduunyaa irrtatii Holokoosti jedhamee beekamu ilaalichisee bara 1998 qoosaa qoosantu jiraa jedhamaniiti. Qoosaan sun tibbana miidiyaalee hawaasaa irrati dardarbaa kan tureedha.

See’ikoo Haashimootoo prezidaantiin koree qindeessaa Olompiikii Tookiyoo, Koobayashiin qoosaa godhan sanaan dhumiinsaa bara Sana raawwate xinneesu isaanii dubbatanii dhiifama gaafachuudhaan ibsa kennaniiru.

Biyya Jaapan keessatii nama beekamaadhaa fi daarkteeraa aartii kan t’an Kobayaashiin gama isaaniitiin qoosaa ykn baacoo sanaaf dhifamaa gaafataniru.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG