Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Poolisoota Daalaas Irra Gahe

Poolisiin Daalaas haleellaa dhaqabee wajjin walqabatee namoota shakkaman sadi'i too'annaa jala oolfamuu isaanii beeksise. Haleellaan kun han dhaqqabe hiriira nagahaa magalittitti Kamisaa kaleessaa galggala geggeeffamee booda. Poolisoonni adiin godina Minisootaa fi Luusiyaanatti gurachaa lama ajjeesuu isaanii balaleffachuudhani hiriirri han godhame.
police shooting.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG