WAASHINGITAN, DIISII —
Hogganoonni waldaa dargaggoota Tigraay kaleessa magaalaa Asmaraa seenuun ibsamee jira.Asmaraa keessa yeroo turanti hogganoota waldaa dargaggoota Ertraa waliin wal arguuf jiru.
Kana malees deemsa nagaa Ertraa fi Itiyoophiyaa gidduutti jalqabame jajjabeesuu dhimmootii dandeesisan irratti marii gaggeessu jedhamee kan eegamu ta’uun ibsamee jira.