Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Maaqlee Kanneen Rakkataniif Deggersa Gochaa Jiran


FAAYILII - Namoota qehee irraa buqahanii mana barnootaa magaala Maqalee keessa jiraatan, Tigraay, Waxabajjii 3, 2021. (VOA/Yan Boechat)
FAAYILII - Namoota qehee irraa buqahanii mana barnootaa magaala Maqalee keessa jiraatan, Tigraay, Waxabajjii 3, 2021. (VOA/Yan Boechat)

Lammiiwwan Tigraay keessaa qe’ee irraa buqa’an heddummaachuu isaanii fi qabeenyaan ennaa hin jiraanne kanatti, Maqalee irraa kan dhufan caasaan dargaggoota adda addaa waliin ta’uu dhaan qaamotii hawaasaa ciree fi tajaajilaawwan fakkaatan ka biroo kennanii jiru.

Gareenjiraattota Maqalee fi dhaabolii ka biroo biraa deggersa gaafatu kun baatii Fulbaana darbee qabee deggersa namoomaa kennaa ture. Miseensota ijoo ta’an keessaa lama VOAf akka ibsanitti, hanga ammaatti namoota 600 ol ta’aniif ciree kan dhiyeessan yoo ta’u kanneen keessaa 250 maanguddootaa fi harmoolii ijoollee of harkaa qaban jechuu dhaan Alam Fissahaayyee Maqalee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG