Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabii Fayyaa Addunyaa,WHO Vayresinkoronaa Fayyaa Addunyaatiifuu Balaa Jedhee Kora Jevevaatti Taa'een Mirkanse

The ultrastructural morphology exhibited by the 2019 Novel Coronavirus (2019-nCoV), which was identified as the cause of an outbreak of respiratory illness first detected in Wuhan, China, is seen in an illustration released by the Centers for Disease Cont

Coronavirus,dhukkuba haaraa lafa dhufe.Haga ammaatti nama 170 caala galfaafte.Dhukkubii kun Ameriakalleen ya seenee nama tokko irratti argan.

Namii dhukkuba kana irratti argan dhiiraa nama Whuan,godina Chaayinaa dhukkuba kana irratti arganii dhufte waliin jiraata. Isallee dhiba kana irratti argan.

Amma nama 8,000 caaluutti jiraa jedhan. Dhukkubii kun fulaa hedduu mumullachuutti jira.

WHO dhukkubii kun fayyaa addunyaa koree fayyaa addunyaa Jenevaatti walti yaamee dhukkbuii kun balaa addunyaatiifuu balaa jedhee mirkanse.

"Waan Chaayinaatti tahuutti jiraatii fi mitii waan addunyaa keesattiu tahuutti jiraatiif kun balaa addunyaa jennee labsine,"jedhe daarekterii WHO Tediroos Adhaanom."

Akkaa daarekterii WHO Dr Tediroos Adhaanom kalee Chaayinaa Beejingi dhaqee jedhetti dhukkuba kana harkii 99 Chaayinaa keessaabiyyitii 68 ammoo dhiba kana fakkaatu argan jedha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG