Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaamsa Waldaa Kaatolikii Itiyoophiyaa


Filannoon Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf jiru marsaa 6ffaan karaa nagaan haala Demiikraatawaa, madaalawaa fi walaba ta’een akka gaggeeffamuuf waldaan Kaatolikii Itiyoophiyaa mootummaa fi paartilee mormiituu gaafattee jirti.

Ibsa har’a ba’e kanaaiis Bishooppiin waldaa kaatolikii motummaan jireenya siviilootaaf eegumsa gochuu akka qabu hubachiisanii jiru jechuun Masfiin Arraagee gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG