Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Gaazzexeessota Dhiheenya Mana-murtiitti Dhihaatanii Seera Haara Midiyaaf Ba’een Ilaalamuu Qaba: Abukaatoo


FAAYILII - Gaazexaa gabaa keessaa, Finfinnee Amajjii 24, 2019.
FAAYILII - Gaazexaa gabaa keessaa, Finfinnee Amajjii 24, 2019.

Gulaalaa barruu Fitih jedhamu kan ta’e Tamasgeen Dassaaleny dhimmi isaa hanga ilaalamuutti polisiin giyyaa sagaliif hidhaa keessa akka tursu Kan Finfinnee keessatti argamuu manni murtii fedeeraalaa ajajee jira.

Abukaatoon Tamsganii fi abukaatoleen kanneen biroondhimmi Tamasgeen seera haaraa Midiyaaf ba’e bara dabree raggaasifamee jalatti ilaalmuu danda’aa.Kunis waan seeraan nama gaafachisuu fi seera cabsuu karaa midiyaa raawwataman kan ilaaleen haala foyyeeffame of keessaa qaba jedhu.

Komishonni mirga namoonaa kana Itiyoophiyaa namoonni Midiyaa irra hojjatan kanneen dhiyeenya kana biyyatti keessatti hidhaman battalumatti akka gadhiifaman gaafatee jira.

Oduu biraan Gaazexessiituu Sabboontu Ahmad har’a gadhiifamuu ishee Daayreeteerrii Televiziyoona FIB beeksiisan jechuun Keeneedii Abaatee Finfinnee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG