Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Gargaarsa Tigraay Ilaalchisee Ibsii Kenname


Faayilii - Yeroo namoonni qarqaarsa fudhatan, Humaraa, Adoolessa 11, 2021
Faayilii - Yeroo namoonni qarqaarsa fudhatan, Humaraa, Adoolessa 11, 2021

Ibsii Waajirii Dubbii himaa bareeessaa ol aanaa mootummoota gamtoomanii irraa bahee akka jedhutii namoottan gargaarsaa barbaadan naanno Tigiraayi jiraniif gargaarsa dhiheesuudhaaf yaaliin godhamu lixaaf baha Tigraay irratii akka rakkisaa ta’e beeksiseera.

Akka ibsichii jedhutii dhuma ji’a waxabajjii irraa kaasee Tigraayi keessatii gargaarsaa karaa lafaatiin dhiheesudhaaf rakkoon jiru hirdhateera.

Jirattonii Tigraay harkii 75 gargaarsa akka barbaadu kan hime ibisi kun gargaarsii lafaan karaa afaarin godhamu too’annaa cimaa mootummaa naannoo fi mootummaan federaalaa keessa akka darbu ibsee gargaarsa xiyyaaraan galchuudhaaf balaliin Adoolesa 21,2021 akka jalqabamu beeksiseera.

Tigraay keessati tajaajjilli ibsaa,bilbilaa, baankii fi balaliin xeyyaaraa akka jalqabamuu kan gaafatee ibsii kun, gargaarsii doolaraa Miiliyoonii 430 ol akka isa barbaachisus

Odeeffanoon waajiraa mootummoota gamtoomanii iraa bahe kun beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG