Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubi Pooliyoo Jiraachuun Shakkame


tiyoophiyaa gama bahaa keessa kan jiru mooraa Baqattoota Doloo Adoo fi naannoo isaa keessatti namonni mallattoo dhukkuba laamsheessaa ykn Poliyoo jedhamu fakkaatu agarsiisan 5 argamu waajjirri baqattootaa UNHCR dameen Itiyoophiyaa beeksisee jiira.

Waajiira kana irraa Obbo Kissuut Gebre Igzaabeer akka jedhantti namoota shanan kana keessaa lama baqattoota somaaliyaa 3 immoo jiraatoota naanoo ti.Waan namoota kana irraa fuudhame hundumtuu qorannaaf Finfinneetti ergamus obbo kissut ibsaniiru.

Gama kaaniin addunyaa irratti waggaa waggaan lakkofsi ulfa dubartoota irraa ba’u miliyoona 45 kan caalu ta’uun ibsamee jira.

waggaa waggaan ulfi ituu hin barbaadamin uumaman miliyoona 87 ta’uu gabaasameera. Gabaasaa guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG