Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dipilomaatonnii Itiyoophiyaa Leenjii Fudhachaa Jiraachun Himame


 Itti Anaan Muummee Ministeeraa fi  Ministeerii Dhimma Alaa Itiyoophiyaa, Oobbo Dammaqaa Mekoneen (Suuraa faayilii)
Itti Anaan Muummee Ministeeraa fi  Ministeerii Dhimma Alaa Itiyoophiyaa, Oobbo Dammaqaa Mekoneen (Suuraa faayilii)

Jarmiyaaleen biyyoolessaa mootummaa jijjiramaa haaraa hundeeffamuuf deemu wajjin wal simaachuu akka qaban Itti Anaan Muummee Ministeeraa fi Ministeerii Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Oobbo Dammaqaa Mekoneen ibsaniiru.

Obbo Damaqaan kan kana dubbaatan leenjii guyyaa kudhaniif diplomaatota biyyattii biyyaa adda adda irratti bobba’anii jiraaniif kennamuu yemmuu banani.

Qabiyyeen leenjii kanaa akka dipilomaatonnii biyyatti yaada jijjiramaa haaraa wajjin wal fudhatan, akka jijjiirama qor-qalbii uuman taasisuu, ijaarsaa haaraa wajjin walbarsiisuu ta'uutu himame.

Obbo Damaqaan ojiin kana booddee diplomaatonnii ojjachuu qaban akka kanaan duraa akka ta’uu hin dandeenye hubachiisanii, umnaa biyyatiin qabduu irratit hundaa’uudhaan lakkoofsii Embaasotaa biyyatiin adduunyaa irratti qabdu akka hirdhachuu danda’u himaniiru.

Itti dabaluudhaanis Diplomaatonni fedhii biyyatiif hin taane akka urgufamanii Obbo Damaqaan dubachuu isaanii gabaasinni Mallaskaachoo Ammahaa ibseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG