Xurree ittiin seenan

Breaking News

Doonin baqataa baatee garba Meditraniyaan irraan deemu Lllbiyaa, Khums irratti caphee nama 74 caala galaafate :Tokkummaan Mootummootaa

Refugees and migrants are rescued by members of the Spanish NGO Proactiva Open Arms, after leaving Libya trying to reach European soil aboard an overcrowded rubber boat in the Mediterranean sea, Wednesday, Nov. 11, 2020. The Open Arms rescue ship…

Dooniin kun akka dhaabii Tokkummaa Mootummootaa, IOM jedhetti,nama 120 baatee bisaan irraa deemam hagii tokko haawwanii fi ijoollee.

Warrii qurxummii qabachuuf garba sun bira jirulleen nama 40 caala bisaan keessaa guuree du’a irraa oolche.

Liibiyaatti Onkololeessaa tokkoo jalqabee dooniin marroo 8 garba Mediteraaniyaan irratti nama hedduu hobbaase.

Nama kurnya hedduu ammo warra lafa eeguu fi warra qurxummii guurrataa achi jirutti argee bisaan keessa guuree lubbuu baase.

Dooniin dhaaba garaarsaa OPEN ARMS akka IOM jedhetti Kibxataa asi nama 200 balaa akkana keessaa baase.

Garba Medteriaan kana keesasati haga hin qamnetti bisaan keesatti dhuamchuutti jira.Ganna kana qofa jara jireenna wayyaa qabu Awurooppaa barbaada yaahu keessaa 900tti bisaan fudhatn,11,000 caala achi guuranii Liibyaatti raran

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG