Tapahattootii Afrikaan alaa qabdu,ta biyya akka Awurooppaa,Eezhiyaa fi akka akka taphatan waan hafaniiyyuu hin fakkaatan.Kaan horiin bitachaa,kaan kontiraata ufiitii jedhee ACN 2012, jedhee biyya taphachuuf dhufa.
Equatootiyaal Giinii fi Gaabon dorgommii akkana guddoo, baayyee qopheessanii hin beekan. Dorgommiin Waancaa Afrikaa Marroo 28tessoo tun dhumachuu dhumatee amma biyya afuritti walti hafe.
Taphattootii biyya gara garaatii dhufan kun Afrikaatti dorgommii fi jaalala kubbaa miilaa jabeessuu qofaa mitii,amala,ogummaa tapha qabanii fi amala taphaallee jabeessuuf dhufan.Taphii jara kanaa isan gammachiisee?
Adoo tana jennuu namii Itoophiyaa kubbaa miilaa daawwachuu fi tapahcuullee guddoo fedha.Maaniif duuba biyyitii tun akkuma atileetiksii nama isii fulaa bu’ee kubbaa miilaa taphatu hin qamne.
Mee woma taateefuu waan Hayiluu Kitaabaa Noorweeyii jedhee fi waan Dejenee Barsiisaa Finfinnee jedhee fi waan qophii Ispoortii hardhaa MP3 tana irraa caqasaa.