Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoonni Tigraay Rakkoon Namoomaa Hammaatee Ennaa Jirutti Hookkara Saalaaf Saaxilamu Jedhame


Tigray Women
Tigray Women

Ergaa wal waraansii amma deemaa jiruu Tigraay keessatii jalqabamee as namoonii nagana akka midhamaa jiran Daarekteerii walquunamitii dhaaba baqattootaa adduunya/Refugees International Saarah Shefeer ibsaniiru. Akka ibsiichii jedhutti, saba wal loliinsichaatiin namoonnii miiliyoonaa 6 ta’an hubamanii, namoonii miiliyoonaa 2.2 qe’ee isaanii irra buqqa’aniiru. Namoonnii miiliyoonii tokko ta’an immoo beelaaf saaxilamaniiru.

Namoottan kana keessaa dubartoonii fi iloollewan durbaa midhaa saalaatiif akka saaxilamaa jiran ibsii kun himeeraa.

Keessumaa hir’innii wanneen jereenyyaf barbachisaa ta’an uumanuun isaati fi gargaarisii namoomaa akka hin qaqqabnee taasifamuun dubartootaa mataawan maatii ta’an midhaa quunnamtii saalaafi jechudhaan raawwatamuuf akka isaan saaxilaa jiru ibsii kun himeera.

Hookkorii kun kan dubartoota irrati raawwachaa jiru haanga’oota mootumaa fi ojjatootaa gargaarsaa namoomaatiin akka ta’es ibsii Refugees internatinaal kun hubachiiseera.

XS
SM
MD
LG