Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubbii himaan Ministrii Dantaa Alaa Amerikaa Waa’ee Dhukaasa Dhaabinsii Itiyoophiyaan Labsitee maal Jedhan? 


Faayilii Dubbii Himaa Ministrii Dantaa Alaa Yunaaytid Isteetes, Need Praayis
Faayilii Dubbii Himaa Ministrii Dantaa Alaa Yunaaytid Isteetes, Need Praayis

Dubbii himaan ministrii dantaa alaa Yunaaytid Isteetes Need Praayis Kibxata kaleessaa ibsa baasaniin, dhukaasa dhaabinsii Itiyoophiyaan labsitee walitti bu’iisa fi miidhaa Tigraay keessaa jijjiree gargaarsii dhala namaa dhorkaa tokko malee ni dhaqqaba taanaan tarkaanfii gaarii dha jedhan.

Yunaaytid Isteetes Waraanni Ertraa Itiyoophiyaa keessaa guutummaatti, battalumatti karaa beekamuun akka ba’an gaafatti kan jedhan praayis, kun ta’uun mootummaan Itiyoophiyaa akka baatii Bitooteessa keessa waadaa seeneetti dhukaasa dhaabiinsa fixaan ba’e fi lubbuu dheeratu akka argamu gargaara jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG