Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dumeessi Lafa Mul’atuutti Godaanaa Jirra


Uummanni godina Boranaa keessa jiraatu sababaa caamni irra deddebi’e isa mudateen kan ka’e, loon isaa jalaa dhumanii, midhaan facaafates karaatti hafee rakkataa jira.Rakkoo kana keessaa baraaramuuf jecha loon isaa naannoo foyyee qabuutti godaansisa.Kan karaatti du’an dhisee bira darbaa kan lubbuun keessa jirtu gatii argameen gurguraa kan abdii qaban bulfatee jireenya borii abdata.

Samii ol ilaalee lafa dumeessi mul’atu abdii roobaatu jira jedhee kan godaanu illee danuu dha.Kan abdii guddaan eegamu rooba Hagayyaa qofa.Innu harka waaqaa jira.Hojjatoonni gargaarsaa waan argamee uummataaf raabsaa jiran.Ofuuma isaani iyyuu roobni hin dhufu taanaan jechuun sodaa guddaa keessa jiran.Gabaasaa guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG