Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dura Teessuu Koomishiinii Filannoo Maalaawwii Hiriiraan Mormiitiin Muddanii Hojii Irraa Buusan


Malawi Electoral Commission Chairperson Jane Ansah says she has resigned in compliance with a court judgement. (Lameck Masina/VOA)
Malawi Electoral Commission Chairperson Jane Ansah says she has resigned in compliance with a court judgement. (Lameck Masina/VOA)

Dura teessuu komiishina filannoo aalaawii kan ta’an Jane Ansha biyyattiin Filannoo haaraa geggeessuuf baatiin tokko ennaa hafu hojiii isaanii gad dhiisan.

Murtiin isaanii kun kan dhaga’ame qabsaa’onni mirga namaa baatilee hedduf hiriira mormii qindeesaniin filannoo wagga darbee waliin dha’an jechuun himataa ega turanii booda.

Hojii gad dhiisuu isaanii kamisa kaleessaa galgala TV irratti dhiyaachuun ennaa beeksisan Aanshaan akka jedhanitti murtiin isaanii sababaa dhiibbaa mormitootaa utuu hin ol aantummaa seeraa kabajuuf jecha.

Xiinxaltoonni siyaasaa immoo murtiin isaanii yeroo dheeraa dura ta’uu qaba ture jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG