Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eertiraan Asabii fi Masawaa ballifattee jaartee olloota isiilleen walti daanduuf isfaalstii baafachuuf hujiitti jirti


President Isias Interview
President Isias Interview

Karoora mootummaa Eertiraa pirezidaantii isii,Isaayyaas Afewarqitti TV biyyaa irratti dubbate.Hojjataa mootummaallee mindaa dabalaniifii, manneen jireennaallee jaaruuf waadaa galte.

Investimentii biyyaallee guddisuuf karoora qabdi.Akka jecha pirezidaantii kanaatti investimentii tana warra biyya keessaa fi biyya alaa jiran ka dorgomuu dandahanitti irratti wal dorgoma.

Biyyoota ollaallee waliin hojjachuuf isfaaltii biyya keessaa fi biyyoota ollaatiin wal daanduuf isfaaltii hojjachuuf kurfoo jirti,Eeritaaan.

Karoora keessaa tokko buufata doonii Asabii fi Masawaallee ballisanii hojjachuu.“Asab olloota isiitiin walti dhaabuuf ganna kana hujii hojjanna.”

Kara Itoophiyaan walti daangessu, Mitsiwwaa, Nefaafi, Deqqaamahaaree, Zaalanbesaa,Aseb Debaahisiimaa, Asmeraa, Menderfiraa, achiin ammo Asmeraa hojjatan.

Karaan dhibiin hojjatan Mensuuraa, Aqordaat, Uumeraa fi Suudan.Hujii tana biyyootaa ollaalleen itti wal gargaaranii hojjatan.

Hojjataa mootummaa kutaa 12 gadii bara 2016 keessaa mindaan hin dariniifillee mindaa daraniif.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG