Xurree ittiin seenan

Breaking News

Egeree Sudaan Beekuu Baanneyyuu Amma Biyyattii Wayyaawe Jedhu Baqattoonni


Paartileen Mormituu fi Gumiin Raayya Ittisaa Sudaan eega waliigalanii as nageenyi bu’ee jira, jedhu baqattoonni Oromoo Sudaan keessa jiraatan.

Mormiin biyyattii keessa ture sababaa walii-galtee qaama lameen gidduutti tolfameen dhaabachuu isaa ka dubbatan baqattoonni kun, “wanni egeree garuu ammaatti waan beekamu miti” jedha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:27 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG