Xurree ittiin seenan

Breaking News

Embaasiin Raashiyaa Lammiwwan Itiyoophiyaa Akka Loltummaaf Fo’ataa Hin Jirre Beeksise  


Embaasiin Raashiyaa Lammiwwan Itiyoophiyaa Akka Loltummaaf Fo’ataa Hin Jirre Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:01 0:00

Embaasiin Raashiyaa Lammiwwan Itiyoophiyaa Akka Loltummaaf Fo’ataa Hin Jirre Beeksise

Guyyoota darbaniif lola Yuukreen fi Raashiyaarratti hirmaachuuf waamichi ni jira, oduu jedhu midiyaa hawaasummaa irrattia eega himamee booda Lammileen Itiyoophiyaa hedduun Embasii Raashiyaa Finfinne jiru dura hiriiranii jiran. Namoota kana keessaa kanneen gabaasaa VOA’tti dubbatan, oduu dhagahanii waraanichatti hirmaachuuf ragaa qabatanii akka dhiyaatan dubbatan. Imbasiin Raashiyaa, lammiiwwaan Itiyoophiyaa biy ya isaanii waliin dhaabbachuu galateefftee, garyy “fo’annaan loltummaa geggeessame hin jiru,” jedhee jira. Galmoo Daawit kaleessa bakka Impaasicha Raashiyaa, Finfinnee jiruutti qaamaan argamuun gabaasaa qindeesse qaba.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG