Dhaabni Oduu Aamaq, an ISIS wajjin hidhata qabu, akka gabaasetti haleellan Seenteeraal Jaakaartaa (Central Jakarta) godhame kun lammilee biyya alaa fi humnoota isaan egan irratti kan xiyyeffate. Jaakartaa, Indoneezhiyaa Amajjii 14,2016
Dhoohinsa magaala Indoneezhiya Jaakaartaa keessatti harra ta'e

1
Poolisiin yeroo warra haleellaa gechisetti dhukaasu

2
Dhaabni Oduu Aamaq, an ISIS wajjin hidhata qabu, akka gabaasetti haleellan Seenteeraal Jaakaartaa (Central Jakarta) godhame kun lammilee biyya alaa fi humnoota isaan egan irratti kan xiyyeffate. Jaakaartaa, Indoneezhiyaa Amajjii 14,2016

3
Police officers gather outside a Pizza Hut restaurant next door to a Starbucks cafe which was attacked in Jaakaartaa, Indonesia Thursday, Jan. 14, 2016. Attackers set off explosions at a Starbucks cafe in a bustling shopping area in Indonesia's capital and waged gunbattles with police Thursday, leaving bodies in the streets as office workers watched in terror from high-rise windows

4
Dhaabni Oduu Aamaq, an ISIS wajjin hidhata qabu, akka gabaasetti haleellan Seenteeraal Jaakartaa (Central Jaakaartaa) godhame kun lammilee biyya alaa fi humnoota isaan egan irratti kan xiyyeffate. Jaakartaa, Indoneezhiyaa Amajjii 14,2016