Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaaliin Faayzar Gosa COVID-19 Braazil Keessaatti Argameef Hojjachuun Ibsame


Talaaliin dhukkuba Koviid-19 ittisuu fi kaampaaniin Faayzar baasee Braazil keessatti Vaayrasii bifa jijjirrachuun ariitiin daddabraa jiru tasgabeessuun isaa qorannaan Laaboraatorii keessatti gaggeeffame agarsisee jira.

Hayyonni saayinsii kan Faayzarii fi kan Yunivarsitii Teeksaas dhiiga namoota talaalii Faayzar fudhatan irraa argamee fuudhanii qorannaa gaggeessantu vaayrasiin bifa jijjiirrate kan Braaziil keessaa hatattamaan akka hin facaanee ittisuu akka danda'uu agarsiise.

Ba;iin qorannaa kanaas barruu Wiixata kaleessaa barruu Neew Inglaand Joornaal of Madisiin jedhamu irratti ba'e jira.

XS
SM
MD
LG