Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmiin Marsaa Lammaffaa Torban Dhufu Gaggeeffama


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Donald Traamp fi dorgomaan isaanii Demokraatichi Joo Baaydin Falmii Onkolooleessa 15 bara 2020 gaggeeffamu kan marsaa lammataa irratti kan argaman ta'u Kibxata kaleessa beeksiisan.

Garu prezidaant Traamp vaayrasii Koronaan qabamuun falmii gaggeeffamuuf jiru irratti eeggannoo fayyaa ta'u qabu kan akkamii ta'u qaba? gaaffii jedhu kaasisee jira.

Baaydin akka jedhanti eeggannoo ta'u qabu mara ni hordofna garu Traamp vaayrasicha irraa walaba hin ta'u taanaan falmii sana gaggeessuu hin qabnu jedhan.

Traamp garu dhaamsa barreeffamaan Twitariin irra ka'aniin falmii Maayaamii keessatti gaggeefamu kana irratti argamuuf eegaan jira jedhan

XS
SM
MD
LG