Duutii hogganaa qabsoo walabbummaa Kuubaa, Fiidal Kaastiroo lammiiwwaan Kuubaa jireenya baqaa irra jiran, han Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiratan gamachiise. Oduu Fiidal boqachuu dhageenyaan kaaraatti bahanii gamachuu isaanii ibsachaa oolan
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraataan du'a Fidaal Kaastirootiin gammachuu itti dhagahame karaatti bahanii ibsachaa turan
- VOA
1
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016
2
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016
3
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraatan du'uu Fiidal Kaastiroo gammachuudhan fudhatan, Mayaamii, Flooriidaa, Sadaasa 26, 2016
4
Pireezdaantiin Kuubaa Rawul Kaastiroo du'a obboleessa isaanii Fiidal Kaastiro TV biyyattii irratti dhihaatanii himan, Havaanaa, Kuubaa, Sadaasa 26, 2016Cuba's