WAASHINGITAN, DIISII —
Filannoon seera tumtoota Somaaliyaa Dilbata dhufu gaggeeffama jedhamee eegama.Garu ammas miseensoonni paarlaamaa kan kutaa waan hin qophoofneef jecha duubatti harkiifataa jira.
Angawoonni sirna sagalee kennuu akka turuu eega taasisanii booda, filannoo mana mana maree isa ol aanuu gaggeessuuf guyyaan bellamamee hin jiru.Angawoonni akka jedhanti sirnii sagalee kennuu kan hin gaggeeffamiin hafeef hogganoonni kutaalee shanii namoota kaadhiimamtoota ta’uun dhiyaatan isaan dhumaa hin dhiyeessiin waan hafaniif ture.
Filannoon kun ammas boodatti harkiifachuu jechuun tasgabii siyaasa Somaaliyaa keessatti maal fida?
Gabaasa guutuu caqasaa.