Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filiiphiinsi Bubbee Hamaa Jandoo Robaa Makateen Dhahamtee jirti


Obomboleettiin bubbee fi rooba makatee Filiiphiinsi keessatti dhaqqabe
Obomboleettiin bubbee fi rooba makatee Filiiphiinsi keessatti dhaqqabe

Obomboleettiin bubbee fi rooba makatee kan humna jabaa qabu, Filiipiins waaaltaa torbee dabree dhaheen lakkoobsii namoota du’anii 200 kan caalee yoo ta’u, kurna hedduun amma iyyu eessa buteen isaanii dhabamee iddoo hedduutti nyaataa fi bishaaniif iyyataa jiru.

Polisiin Filiiphiins Wiixata har’a akka jedheetti, yoo xiqqaatee namnii 208 ajjeefamanii 52 immo laftii jiran kan hin beekamnee yoo ta’u, 239 balaa Kanaan mada’anii jiran.

Mgaalaalee fi gandeen hedduu qunnamtiin, humnii eleektrikaa cite daandileenis waan cufamanii jecha, dhaqqabuun waan hin danda’amneef, lakkoobsii kun akka dabaluu maluu kan ibsamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG