Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bubbee Hamaan Filippiinsiin Raase

A resident looks at a house damaged at the height of Typhoon Phanfone in Tacloban, Leyte province in the central Philippines on December 25, 2019. - Typhoon Phanfone pummelled the central Philippines on Christmas Day, bringing a wet and miserable…

Bubbee hamaan Fiilippiins waaltaa dha’e kaleessa yoo xiqqaate namoota 13 galaafachuu isaa angawoonni beeksisanii jiru.

Bubbee hamaan rooba makate kan Faanfoone jedhamuu fi sa’aatii tokkotti km 120 fiigu guyyoota lamaaf Filippiinsiin raase.

Uummani kurna kumaan laka’amu qe’ee isaa dhiisee baqachuu dhaan manneen brnootaa fi biilsaalee mootummaa keessa dahatanii jiru.

Bubbee hamaan kun yeroo hedduu Filippiinisiin kan rukutu yoo ta’u yeroo kaan baatii Sadaasaa keessa bubbisa. Bubbeen Hayaan jedhamu Sadaasa bara 2013 keessa namoota kuma ja’aa ol galaafate.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:51 0:00
More
XS
SM
MD
LG