Xurree ittiin seenan

Breaking News

Finfinneetti Hawaasni Waa'ee Koovid 19 Hubannoo Qabaateyyuu Of Eeggataa Hin jiru, Jedhame 


Faayilii - Magaala Finfinnee keessa namoota aguuggii fuulaa godhatanii deeman, Adoolessa 17 2020
Faayilii - Magaala Finfinnee keessa namoota aguuggii fuulaa godhatanii deeman, Adoolessa 17 2020

Ministarri Fayyaa Itoophiyaa, dambaliin weerara Kooviid 19 sadaffaan Deeltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argamuu mirkaneessuu isaa saa tibbana ibsee jira.

Akaakuun vaayirasii Koroonaa Deeltaa jedhamu kun isa Aalfaa jedhamurra harka lama caala jechuun kan ibse Ministarichi Fayyaa , akka uummatni irraa of eeggatullee dhaamee jira.

Kanaann wal qabatee, jiraattotni magaalaa Finfinnee hagi tokko yaada isaanii Sagalee Ameerikaaf kennan akka jedhanitti, hawaasni waa'ee Kooviid-19 hubannoo qabaatullee haga barbaachisu irraa of eeggataa hin jiru.

Finfinneetti Hawaasni Waa'ee Koovid 19 Hubannoo Qabaateyyuu Of Eeggataa Hin jiru, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG