Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gambeellaa Keessatti Hidhattoonni Namoota 8 Ajjeesan: Poolisii


Naannoonni Gaambellaatti hidhattoonni Murilee Sudaan Kibbaa keessaa daangaa cehuun, kaleessa namoota 8 ajjeesani jechuun Komishiniin Poolisii Naannichaa ibse.

Komishinarri Komishinii Poolisii Abulaa Ubaang, namootni biroo 5 haleellaa hidhattoota Murileen madaa'uullee himanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Gambeellaa Keessatti Hidhattoonni Namoota 8 Ajjeesan: Poolisii
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:41 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG